Translations by Aadaa

Aadaa has submitted the following strings to this translation. Contributions are visually coded: currently used translations, unreviewed suggestions, rejected suggestions.

15 of 5 results
1.
Welcome
2009-10-19
Baga Nagaan Dhufte!
2.
Thank you for choosing Ubuntu 9.10.
2009-10-19
Galatoomi Ubuntu 9.10 filachuu keef
3.
We believe that every computer user should be able to work in the environment of their choice and be free to download, change, study and share this software for any purpose, without paying licensing fees.
2009-10-19
Fayyadamaan kompiyuutaraa kamiyyuu naannoo filannoo isaanii ta'e keessatti hojjechuu fi walabaan buusuu, jijjiiruu, qayyabachuu fi softweerii kana dalagaa kamiifuu waliif hiru jenneeti amanna, baasii kaffaltii hayyamaa malee jechaadha.
4.
As part of our promise, we want Ubuntu to work as well for you as possible. So, while it installs, this slideshow will give you a quick introduction.
2009-10-19
Akkuma waadaa keenyaatti, Kan nuti barbaadnu Ubuntu'n akkasumas hanga dandaa'ameetti akka siif hojjetuudha. Kanaaf, wayita inni installs godhu, slideshow kun seensa ariifachiisaa isaa siif kenna.
5.
Ubuntu is designed to be easy. Feel free to explore!
2009-10-19
Ubuntu'n kan kalaqame salphaa ta'eeti. Qorachuuf walaba ta'i!