Translations by Aadaa

Aadaa has submitted the following strings to this translation. Contributions are visually coded: currently used translations, unreviewed suggestions, rejected suggestions.

15 of 5 results
1.
Getting Help with Ubuntu
2009-10-19
Ubuntu'n Gargaarsa Argachuu
2.
<i>Need help?</i> Just click the blue question mark at the top of the screen to access the Ubuntu Help Center.
2009-10-19
<i>Gargaarsa Si Barbaachisaa?</i> Wiirtuu Gargaarsa Ubuntu argachuuf tasa bifa mallattoo gaaffii cuquliisaa kan irra keessa fuullee gubbaa jiru quluc godhi .
3.
<i>Can't find the answer?</i> The Ubuntu community provides extensive free technical support. There is also commercial support available through Canonical, its partners and approved companies. Learn more at <a href="http://www.ubuntu.com/support">ubuntu.com/support</a>.
2009-10-19
<i>Deebicha hin argannee?</i> Hawaasni Ubuntu tooftaawwan gargaarsaa hedduu tola kenna. Gargaarsi daldalaas illee karaa Canonical ni jira, maatiwwan isaa fi kubbaaniyoota raggaasifaman. Calmaatti <a href="http://www.ubuntu.com/support">ubuntu.com/utubi</a> irraa bari.
4.
Let us know about your Ubuntu Experience, or learn how to help out, at <a href="http://ubuntu.com/community">ubuntu.com/community</a>!
2009-10-19
Mee muuxannoo kee kan Ubuntu haa beeknu, yookiin akka itti si gargaarru haa barru, <a href="http://ubuntu.com/community">ubuntu.com/community</a>'tti!
5.
The installation will finish soon. We hope you enjoy Ubuntu.
2009-10-19
Instaaleeshinichi amma xumura. Ubuntu itti bashannanta jennee abdanna.